Skip to main content

Turtii Addaa Taayyee Danda'aa Waliin



Turtii Addaa Taayyee Danda'aa Waliin 


Turtii Addaa Taayyee Danda'aa Waliin #AfaanOromoo'tiin Horn Conversation irratti haala siyaasaa, nageenyaa, bulchiinsaa, dinagdee, saamichaa, dhiittaa mirgoota namoomaa fi kkf irratti kutaa afuriin dhiyaaate keessa Kutaa 1ffaa - 4ffaatti jiru asii argattu.

Linkiiwwan kunooti:


Viidiyoo kana namuu akka tamsaasu hayyamuu isaaniitiif warri @HornConversation galata guddaa qabu. Taayyeen hoogganaa olaanaa PP Ministir Deetaa Ministeera Nageenyaa ture yoo tahe, sababa yaada mootummaa qeequ dhiyeessef ammas yeroo lammaffaaf turtii Horn Conversation waliin godhe kanaan booda seeran ala qabamee hidhamee jira.



#LemmaMegarsa, #AbiyAhmed, #JaalMarroo, #JawarMohammed, #MereraGudina, #DawudIbsa, #Oromo, #Oromoo, #Oromia, #Oromiyaa, #Ethiopia, #FreeTayeDendea

Comments

Popular posts from this blog

License Plates and Power: What Vehicle Registration Systems Reveal About Federalism, Decentralization and Centralization — Around the World

   License Plates and Power: What Vehicle Registration Systems Reveal About Federalism, Decentralization and Centralization — Around the World 

🌾 Waaqa: The Oromo Concept of God and Its Comparison with Islam

🌍 Waaqa Tokkicha and Tawḥīd: Understanding the Oromo Concept of God in Comparison with Islam  Across Africa, long before the arrival of organized world religions, many communities already believed in a Supreme Creator who governed life, nature, and morality. Among the Oromo, this divine being is known as Waaqa Tokkicha — the One God who created and sustains everything. With the coming of Islam and Christianity, this indigenous understanding encountered new theological systems, raising important questions of continuity and contrast. Today, one of those questions re-emerges during Irreecha , the Oromo thanksgiving festival: can a Muslim participate in Irreecha without violating the principle of Tawḥīd — the Oneness of Allah? To explore that, we must first understand the essence of Waaqa, the Oromo concept of divine unity, and compare it with the Islamic and broader monotheistic traditions.  1. Oromo Indigenous Belief: The Concept of Waaqa Before the spread of Islam and Chris...